Faarfannaa. 117. Saboonni hundi Waaqayyoon jajadhaa; isin namoonni hundinuu isa leellisaa. Jaalalli inni nuuf qabu guddaadhaatii; amanamummaan Waaqayyoo bara baraan jiraata. Haalleluuyaa.